Wal dhaba daangaa naannoo Oromiyaatii fi naannoo Somaalee naannoleen lamaanu faluutti jiran jedhama

Oromia map

Your browser doesn’t support HTML5

Rakkoo naannoo Oromiyaatii fi Somaalee faluutti jiran jedhama

Wal dhaba naannolee lamaaniitiin nama hedduutti dhuamtee kuma hedduutti baqate.

Akka bulchiinsii Bulchiinsaa Nageenya Naanno Somalee Obbo Abdiadil Hasan jedhanitti rakko kana qaamolee biraatu jiddu seenuun hammessa jira garuu naannoleen lamaanuu faluutt jiran.