Namoota Bebbeekkamoo Bara 2018 Du'aan Boqatan Keessaa

  • VOA

Lafa irrattis tahe hawaa lafaa alaa irrattis, namoonni milkaa’ina guddaa galmeessisuun dinqifaman - wallisoota, wixintoota faashinii fi prezidaantii biyyaa dabalatee as Yunaayitid Isteetis keessatti bara dabarsine 2018 kana keessa du’aan addunyaa kana irraa godaanan.

Kana irratti ka Maariyaamaa Diyaaloo gabaaste Namoo tu dhiheessa. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Namoota Bebbeekkamoo Bara 2018 Du'aan Boqatan Keessa