Abbootiin Gadaa Oromoo Gujii Torbee Nagayaa Lalabaan

Abbootiin Gadaa Oromoo Gujii torbee nagayaa lalabaan.Torbee nagayaa lalabaame kana keessattis mariin dhimma nagenyaa kan gaggeffamuu akka ta'ee ibsamera.

Torbaan nagayaan lalabaame kana keessatti qamni seeraa cabse itti gafatamaa seeraan jedhan abba Gadaa Oromoo Gujii Jilo Mandho.

Lalabinni kun wiixata kan egalamee yoo ta'u hanga dilbata dhufuutti itti fufa.Marsaa 2ffaan ammoo wiixata torbee itti anuu egalee hanga kamisaatti tura.

Your browser doesn’t support HTML5

Abbootiin Gadaa Oromoo Gujii Torbee Nagayaa Lalabaan