Simannaa artisti Umar Suleymaanii fi qophii sirba Zarihun Wadaajoo

Simannaa artisti Umar Suleymaanii fi qophii sirbaa Zarihun Wadaajoo

Your browser doesn’t support HTML5

Simannaa artisti Umar Suleymaanii fi qophii sirbaa Zarihun Wadaajoo

Artiistonni gameeyyiin Umar Suleeymanii fi Zarihuun Wadaajoo dilbata sagantaa garaagaraa kabajatanii oolan, Umar Suleeyman turtii biyya ormaa wagga kudha sadeet booda bittatti gale, simaanaa ho'aanis ummataan Finffinee galma barkumeetti taasifamee fi jira.

Zarihuunis CD Sirbaa mata dureen Urjii jedhamu guyyama kana Buraayyutti eebbisifate. Gabaasaa Muktaar Jamaal caqasaa