Mootummaan Itiyoophiyaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Wallagga Dhihaa Xiyyaaraan Hin Haleellee Jechuun haale

  • VOA

Ethiopia

Your browser doesn’t support HTML5

Waraanii Raayyaa Ittisa Biyyaa Wallagaa Lixaa hin haleelle: Waajjira muummee ministeraa

Muummeen Minsitera Itiyoophiyaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Wallagga Dhihaa Xiyyaaraan Hin Haleellee Jechuun Haalan

Akka ibsa waajjira muummee ministera Itiyoophiyaatti Raayyaan Ittisa Bittaa Wallaggaa Dhihaatti samii irraa xiyyaaraan haleellaa gaggeesse, oduun jedhu kan hundee hin qabne.

Dubbi himtuun waajiira kanaa Bilenee Siyuum akka jedhanitti, naannoo sanatti Raayyaan Ittisa Biyyaa mi’aa adda addaa fi looltoota helikoptaraan deddebisuu ture.