Waa’ee jijjiiramaa dubbachuun ykn jalqabuun, “jijjiiramni tahe” jechuu miti : Itiyoophiyaatti Ambaasddarri Gamtaa Awurooppaa.

  • VOA

Itoophiyaatti ambaasaaddera Waldaa Awurooppaa,Yuwan Garbistaan

Your browser doesn’t support HTML5

Ambaasaaddera Waldaa Awurooppaa Waliin

Waa’ee jijjiiramaa dubbachuun ykn jalqabuun, “jijjiiramni tahe” jechuu miti : Itiyoophiyaatti Ambaasddarri Gamtaa Awurooppaa,Yuwaan Garbistaan

Haalli qabinsa mirga dhala-namaa, yeroo fi iddoo kamitti iyyuu, hariiroo Gamtaan Awurooppaa qabaatuuf hundee tahuu isaallee dubbatan.

Dhiheenya waa’ee dhaabbatoota Siivilii Cimoo Itiyoophiyaa keessatti ijaaruu ilaalchisee konferensii sadarkaa Addunyaa dhiheenya kana Itiyoophiyaa keessatti geggeessamee booda gaaffii fi deebii Raadiyoo Sagalee Amerikaa waliin geggeessaniin kana dubbatan.

Gabaasaa Guutuu Caqasaa