Aartist Daadhii Galaan Itti Dhukaafamuun Du'uun Himame

Aartist Daadhii Galaan

Artiist Daadhii Galaan, godinaa Shawaa Bahaa, dhukaasa sirna eebba tokko irratti dhukaafameen du'uun isaa himame. Haala isaa ba’ii qorannaa hakiimii irraa eegamuutti dabalee akka qorannaa gama isaa geggeessu ka dubbate, waajirri poolisii, “haalli isaa dhukaasa gammachuu dhuka’aa ture keessatti akka tasaa kan uumame tahuu hin oolu” jedhee jira. Gabaasaa Muktaar Jamaal erge guutummaa isaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa