Godinaa Wallagga Lixaa fi Godinaa Kamashii Gidduutti Mariin Araara Aadaa Geggeeffame

Waldhabdeen Godina Wallagga Lixaa fi Kaamashii jidduutti uumamee yeroo dheeraaf ture araaraan furuuf mariin geggeeffame, kan sababaaa waraansaan addaan citee ture amma sirna aadaan deebi’ee geggeeffamee jira.

Bakka bu'ootni godinoota lamaanii waltajjii araaraa kana irratti argaman, nagaa waarawaa mirkaneessuu fi sochiilee addaan citan eegaluuf walii galanii jiru. Naakoor Malkaa tu Gimbii irraa gabaase. Guutmma isaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa