Hiriirri Kaleessa Oromiyaa Keessatti Jalqabame Har’as Bakka Gara Garaatti Itti Fufee Jira

Mana Waliinii daangaa Oromiyaa keessatti ijaarame, ka bulchiinsi Finfinnee jiraattota isaaf raabsuu dubbate – mormuudhaan hiriirri kaleessa Oromiyaa bakka hedduutti geggeessame, har’as bakka gara garaatti itti fufee jira. Addi Bilisumaa Oromos ijaarsi maneen waliini seeran ala ta'uu isaa ibsa baaseen beesisee jira. Bulchinsi Mootumma Naannoo Oromiya ibsa kaleess baase, dhimmi kan marii naannno Oromiyaa hin taasisiniifi akka dhaabachuu qabu beeksisee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Hiriirri Kaleessa Oromiyaa Keessatti Jalqabame Har’as Bakka Gara Garaatti Itti Fufee Jira