Rakkoo Nageenyaa Oromiyaa fi Naannoo Amaaraa Jiddutti Mul'atu Furuuf Waliigalteen Mallatteeffame

Rakkoo nageenyaa Oromiyaa fi naannoo Amaara jiddutti mul’atu waliin furuuf ka dandeessisu waligalteen tokko har’a Magaala Bahir Daaritti mallatteeffamee jira.

Waliigalteen kanaan koreen tokko kan dhaabate yoo ta'u, “koreen kun madda rakkolee xiinxaluun fala kenna deema” jedhamee jira. Muktaar Jamaal tu gabaase. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Rakkoo Nageenyaa Oromiyaa fi Naannoo Amaaraa Jiddutti Mul'au Furuuf Waliigalteen Mallatteeffame