Abbaan Gadaa Tuulamaa Duraanii Bayyanaa Sanbatuu Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Irratti Komii Dhiheessan

Abbaan Gadaa Tuulamaa Duraanii, Bayyanaa Sanbatuu

Abbaan Gadaa Tuulamaa duraanii Bayyanaa Sanbatuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Gumii Tokkummaa Abbootii Gadaa Oromoo gidduu seenee diige, jedhu.

Biiroon gama isaan gumichi inumaa yoo jabaate malee hin diigamne, jedha. Torban kana keessa walga’ii Asallaatti taa'ame irratti maqaa Gumichaa gara Gamtaatti jijjiiramee, Dura taa'aa, Itti aanaa fi Barreessaa haaraa filatamee ture. Naakoor Malkaa Ambo irraa gabaase. Dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Abbaan Gadaa Tuulamaa Duraanii Bayyanaa Sanbatuu Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Irratti Komii Dhiheessan