Leenjisaa Kubbaa Miilaa - Girum Tasfaayee

Giruum Tasfaayee, Leenjisaa kubbaa miilaa

Kilaboota kubbaa miilaa garaa garaa keessatti kan hirmaataa turee fi Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa keessaa ka taphataa turetti fuuleffata qophiin keenya har’aa.

Balaa isa mudateen miidhama jilba isaa irra gaheen bara 2004 kubbaa taphachuu dhaabus gara iddoo dhalata isaatti deebi’uudhaan dargaggoota leenjisaa jira, Girum Tasfaayee. Naakoor Malkaa tu Ambo irraa gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Leenjisaa Kubbaa Miilaa - Girum Tasfaayee