Korri Waldaa Ilmaan Kuush  Jigjigaatti Geggeeffame

Korri hundeessa Waldaa Ilmaan Kuush Naannoo Sumaalee, magaalaa Jigjigaa keessatti Dilbata dabre kana deemsisamee jira. Walitti dhufeenya soboota hidda Kuush cimsuun waldhabdee sabaa fi sablammoota Itoophiyaa hambisu dha jedhan hoogganoonnii fi miseensonni waldichaa.

Kaayyoon waldaa kanaa saboota hortee Kuush aadaa, afaan, seenaa fi duudhaa isaanii wal-barsiisuu fi walitt-fiduun tokkummaa isaanii cimsuudhaa cinatti dinagdeen akka walitti hidhatan hidhatan taasisuuf akka tahe hundessan waldicha Sheek Kamaal Oliyyi Aliyyi yaada Sagalee Ameerikaaf kennaniin ibsanii jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Korri Waldaa Ilmaan Kuush  Jigjigaatti Geggeeffame