Mariin Obbolumaa Sabootaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Taasifamu Harra Jalqabe

Mariin obbolumaa sabootaa naannoo Oromiyaa keessatti taasifamu hardha magaalaalee guguddaa sagal keessatti eegalee. Marii kana irratti saboonni naannichaa keessa jiraatanii fi kanneen daangaa ollaa keessatti argaman hirmaatanii jiruan.

Mariin kun itti fufinsaan boor aanaalee 300 keesstti, iftaan immoo gandeen 7000 keessatti taasisafamuuf jira, jedhu aangawaan mootummaa naannoo Oromiyaa. Mukaar Jamaal tu Adaamaa irraa gabaase. Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Mariin Obbolumaa Sabootaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Taasifamu Harra Jalqabe