‘Egeree Dhadhaab Ilaalchisee Mootummaa Keeniyaa Waliin Hojjetaa Jirra’ UNHCR

Egere Buufata Baqattootaa Dhadhaab ilaalchisee mootummaa Keeniyaa duuka maree akka gochaa jiru Dhaabbati Baqataa UNHCR beeksise.

Dhaabbatichi ibsa kaleessa baaseetiin baqattoota Dhadhaab jiraataniif furmaata barbaadaan jira jedhe.

Warri Dhadhaab jiraatan ammas waan boruu keenya wallaalle jedhu; Galmoo Daawit dabalatasaa qopheesseera.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Egeree Dhadhaab Ilaalchisee Mootummaa Keeniyaa Waliin Hojjetaa Jirra’ UNHCR