Afrikaa Keessatti Godaansii Uummataa Baadiyyaa Irraa Gara Magaalaatti Dabalaa Jira

  • VOA

Leegoos, Naayjeeriyaa

Afriikaan addunyaa irraa ardii ariitii dhaan gara magaalaatti jijjiiramaa jirtu ta’uun ibsamee jira.

Waggoota kudha shanan fullee keenyaa keessatti magaalaalee addunyaa irratti akkaan guddatuu jechuun tokkummaan mootummootaa tilmaamaman kudhan Afriikaa keessaa ta’uuf jiru.

Rakkoon guddinni ariifataan akkasii mudatu maali? Gabaasa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Afrikaa Keessatti Godaansii Uummataa Baadiyyaa Irraa Gara Magaalaatti Dabalaa Jira