Kongirasiin Federaalawa Oromoo Paartilee Oromoo Walitti Fiduuf Carraaqqiin Godhamaa Jiru Haala Abdachiisaa Uummu Beeksise

Loogoo KFO

Dhaabbileen Oromoo hundinuu dantaa sabichaa irratti xiyyefachuun waliin akka hojjatan Kongirasiin Federaalawa Oromoo akka carraaqqii gochaa jiru beeksise.

KFOn waamicha dhiheessuudhaan, haga ammaqatti dhaabota Oromoo guguddoo akka Oromoo Dimokratik Partii (ODP) fi Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Obbo Daawud Ibsaan hoggananu waliin mata mataatti dubbachuu isaa fi haalli abdachiisaan uumamuu dubbata. Gabaasaa guutu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Kongirasiin Federaalawa Oromoo Paartilee Oromoo Walitti Fiduuf Carraaqqiin Godhamaa Jiru Haala Abdachiisaa Uummu Beeksise