Mootummaan Naannoo Oromiyaa Hidhamtoota Kuma Torbaa Oliif Dhifama Gochuu Beeksise

Mootummaan naannoo Oromiyaa hidhamtoota kuma torbaa fi digdamii sagal ta'aniif dhifama gochuu isaa beeksisee jira.

Itti aanaa Prezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa akka ibsanitti, dhiifamni kun ka taasisame eega hidhamtoonni amala gaarii agarsiisan boordiin adda-baasamanii mirkanaa’ee booda.

Muktaar Jamaal tu gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Hidhamtoota Kuma Torbaa Oliif Dhifama Gochuu Beeksise