‘Haalli Nageenyaa Amma Jiru Hammaataadha’ :Jiraattota Godinaalee Gujii Lameenii

Oromiyaa Godinaalee Gujii Lameen keessatti haalli nageenyaa waan hammaatee jiruuf, rakkoo jabduu keessa jirra, jedhu – jiraattonni.

Godinaalee lameen irraa kanneen Sagalee Ameerikaatti dubbatan, “wal-dhabbiin humna Waraana Bilisummaa Oromoo fi Mootummaa jidduu jiru nu yaaddessaa jira,” jedhu.

Aangawoonni Mootummaa fi WBOn gamaa fi gamanaa rakkoo sanaaf wal-himataa jiru. Galmoo Daawwit tu qaamota dhimmi ilaallatu dubbisuun Naayiroobii irraa gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Haalli Nageenyaa Amma Jiru Hammaataadha’ :Jiraattota Godinaalee Gujii Lameenii