Your browser doesn’t support HTML5
Fichee Cambalaalaa barana,2019 Oromiyaa gama cufaa walti dhufan
Fichee Cambalaalaan ayyaana ummatii Sidaamaa gannuma gannaan ulfeeffatu. Jila yoo bara haaraatti seenaan qopheeffatan.
Fichee Cambalaa ummataa Sidaamaa ta baranaa akka warri ikeessa oole jedhutti haga guddaan Oromoo fi Sidaamaatti walti dhufe.
Ilmaan Kuush Fichee Hawaasaatti Fichee Cambalaalaa irra wlaiin oolan
Akka gaazexeessaa Omn,Usmaan Ukkumee qophii sun keessa oole jedhetti Mooyalee haga Harargetti namii Oromiyaa walti dhufee qophii tana keessa oole.
Kaan jala bultii dhufee Shaashamannee bulee itti wal eegee Bisaan Gurraacha, Hawaasaatti wal gahee jedha Usmaan.
“Haga guddaan sirboota Oromoo fi Sidaamaatti sirbama.Qophii tun ta hortee ilmaan kuush jechuu dandeenna jedha warrii achii dubbifne.
Fichee Cambalaalaa baranaa Oromoon Mooyyalee haga Harargeetii itti dhufte
Fichee baranaa akka Usmaan jedhetti Itoophiyaa nannoo akka akkaallee nama hedduutti walti dhufe. Ilmaan Kuush,hortee sanyii kuushiti.