‘Godinaa Booranaa Aanolee Gara Garaa Irraa namni Hidhamaa Jira’ Jedhu Jiraattonni

(Suuraa faayilii)

Godina Booranaa Aanolee adda addaa keessaa namootni hidhamaa fi humnoota nageenyaatiin butamaa jiruu jechuun jiraattonni dubbatan.

Aanolee akka Yaa’a Balloo, Dilloo, Waacillee fi kaanirraa namootni butamanii eessa buuteen isaanii dhabamaa jiraa jechuun maatiin firoottanii Sagalee Ameerikaaf himanii jiru.

Bulchiinsi Godina Booranaa deebii kennee jiraa; Galmoo Daawit

Your browser doesn’t support HTML5

‘Godinaa Booranaa Aanolee Gara Garaa Irraa namni Hidhamaa Jira’ Jedhu Jiraattonni