Finfinnee Keessatti Angawoonni fi Poolisoonni Weerara Lafaatin Shakkaman Qabamaa Jiraachuu Bulchiinsi Magaalittii Beeksise

  • VOA

Magaalaa Finfinnee keessatti, lafa weeraranii manneen seeraa-alaa ijaarrachuutti kanneen shakkaman – aangawoonni mootummaa fi poolisoonni ka qabamaa jiran tahuu, bulchiinsi magaalattii beeksisee jira.

Humnoonni tokko tokko, dantaa siyaasaa ittiin tarkaanfachiifachuu fi qabeenyaa ittiin guurrachuuf, weerara lafaa kanatti akka gargaaraman beekameera – jedhu – dubbi-himtuun Waajira Kantiibaa magaalaa Finfinnee – Feeven Tashoomee.

Gabaasa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Finfinnee Keessatti Angawoonni fi Poolisoonni Weerara Lafaatin Shakkaman Qabamaa Jiraachuu Bulchiinsi Magaalittii Beeksise