Finfinnee fi Naannolee Afurii Keessatti Dhukkubni Koleeraa Ka'e

  • VOA

Ergaa ministirri Fayyaa Itoophiyaa karaa twiiterii dabarsan

Itiyoophiyaa naannolee afurii fi bulchiinsa magaala Finfinnee keessatti dhukkubni Koleera, kan haqqee fi gara yaasaa ka’uu isaa Institiyuutiin Fayyaa Hawaasa kan Itiyoophiyaa beeksisee jira. Institiyuutiin kun akka beeksisetti, Oromiyaa keesssaa dhibeen kun Godina Harargee Lixaatti mudate. Gabaasaa guutu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Finfinnee fi Naannolee Afurii Keessatti Dhukkubni Koleeraa Ka'e