Diplomaatii Gameessi Ameerikaa Sudaaniin Daawwatan

  • VOA

Afriikaatti diplomaatiin gameessi Ameerikaa jeeqama Sudaan keessaa ilaalchisuun torban kana gamas daawwachuuf kan jiran ta’uu minitriin dhimmi alaa US beeksisee jira.

Afriikaatti itti aanaa ministeerri Yunaayitid Isteetis Tibor Naaj haleellaan siivilota irratti raawwatamu akka dhaabatu gaafatanii jiran.

Hojjettoonni Sudaan mootummaan bulchiinsa waraanaa aangoo bulchiinsa siviliitti akka dabarsu dhiibbaa gochuuf jecha dilbata darbee qabee hookkara hoji dhaabinsaa kan guutuu biyyaa geggeessaa jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

Diplomaatii Gameessi Ameerikaa Sudaaniin Daawwatan