Haleellaan Bokoo Haraam Kan Kameruun Keessaa Lubbuu Galaafate

  • VOA

(Suuraa faayilii)

Biyya Kaameruun, magaalaa Daaraak keessatti gurmuun shororkeessotaa Boko Haraam haleellaa geggeesseen, eega loltoonni 13 dhumanii, siiviloonni lakkoobsi hin beekamiin hedduun dhumanii booda, Mootummaan biyyattii waraana isaa gara daangaa gama Kaabaa , Naayijeriyaa fi Chaadiin daangessuutti bobbaasee jira.

Loltoonni Kameruun kan humnootii addaa yeroo hatattamaa, biyya isaanii shororkeessota Bokoo Haraam irraa eeguuf faaruu dhaan dhaadataa oolan.

Your browser doesn’t support HTML5

Haleellaan Bokoo Haraam Kan Kameruun Keessaa Lubbuu Galaafate