Qormaatni Barattoonni Kutaa Kudha-lamaa Nagumaan Deemaa Jira Jedhame

Barattoota qormaata kutaa Kudhanii fudhachaa jiran

Akka Ejensiin Qormaataa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa jedhetti, qormaatni barattoonni kutaa kudha-lamaa yeroo ammaa fudhachuutti jiran nagumaan deemaa jira.

Daarektorri itti-aanaan ejensii kanaa Dr Zarihun Dureessaa, warri deemsa qormaataa kanatti dhiibbaa gochuuf itti dhufanillee qabamuu dubbatu. Muktaar Jamaal tu Finfinneetti dubbise.

Guutummaa gaaffii fi deebii Dr. Zarihun waliin taasisamee caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Qormaatni Barattoonni Kutaa Kudha-lamaa Nagumaan Deemaa Jira Jedhame