Wixinee Seera Mootummaa Hong Koong Mormiitu Isa Mudate
VOA
Mormii Chaayinaa
WAASHINGITAN, DIISII —
Wixinee seeraa ka namoonni Hong Koong keessatti yakka hojjetan gara Chaayinaa waaltaatti akka ergaman eeyamu ba’uun rakkoo siyaasaa fi jeeqama uumuu isaaf hooggantuun Hong Koong Carrie Laam dhiifama gaafatanii jiran.