Baqattoonni Itoophiyaa Dahoo Godhatanii Jiraatan Hojii Misoomaa Irratti Akka Hirmaatan Hojjatamaa Jiraachun Ibsame

Faayilii - Baqattoota Eertiraa IItoophiyaa keessa jiraatan keessaa, Sadaasa 9, 2017

Baqattoonni Itiyoophiyaa keessa jiraatan hanga rakkoon irra baqatan furmaata argatutti lammilee biyyatti waliin hojii misoomaatti hirmaachuudhaan akka jiruu fi jireenya ofii geggeeffatan kan isaan gargaaru Itiyoophiyaan seera fooyyessite baasuuf hojjetaa jirti, jedha Ejensiin Dhimma Baqatootaa fi Kanneen Baqaa Deebi’anii kan Itiypphiyaa beeksisee jira.

Muktaar Jamaal Itti-aanaa Daareektaraa Ejeensichaa Obbo Addisuu Qabbanessaa dubbisee jira.

Guutummaa isaa caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Baqattoonni Itoophiyaa Dahoo Godhatanii Jiraatan Hojii Misoomaa Irratti Akka Hirmaatan Hojjatamaa Jiraachun Ibsame