KFO: Godina Gujii Lixaa Miseensonni Keenya Hiraarfamaa Jiru

Godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaatti miseensonni keenya akka socho’anii hojii siyaasa hin hojjanneef hiraarfamaa jiru jechuun Kongresiin Federaalawa Oromoo himatee jira.

Hooggansi Mootumaa aanichaa gama isaan namoonni seeraan dhaabicha bakka bu’anii dhufan aanaa keenya keessa hin jiran. Ragaas hin dhiheeffanne jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

KFO: Godina Gujii Lixaa Miseensonni Keenya Hiraarfamaa Jiru