Waa’ee Ajjeechaa Dhiheenya Baahirdaar fi Finfinneetti Aagawoota Irratti Raaw’atamee Dhaabonni Siyaasaa Oromoo Maal Jedhu?

  • Jaallannee Gammadaa

Jeneraal Kamaal Galchuu

Yaalii fonqolcha mootummaa naannoo Amaaraatti geggeessamee, hoogganoonni naannoo sanaa fi kan Raayyaa Ittisa Biyyaa galaafate ilaalchisee, Jaarmayaaleen siyaasaa Oromoo maal jedhu?

Gama biraan, kan ajjeechaa sana hoogganan – jedhamanii fi booda ajjeefafman – Jeneraal Asaamminew Tsiggee kaleessa Laalibalaatti sirni awwaalcha isaanii raaw’atamee jira.

Ka dur Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa keessatti Jeneraal Asaamminew Tsegee waliin hojjetan – Jeneraal Kamaal Galchuu waan jedhan qabu.

Guutummaa qophichaa caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Waa’ee Ajjeechaa Dhiheenya Baahirdaar fi Finfinneetti Aagawoota Irratti Raaw’atamee Dhaabonni Siyaasaa Oromoo Maal Jedhu?