Humnootni Naga-eegumsaa Mootummaa  Nuhiraarsaa Jiru: Jiraattota Godinaalee Wallaggaa

Magaala Naqamtee

Kanneen Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf yaada isaanii ibsan jiraattonni godinaalee Wallaggaa humnootni naga-eegumsaa mootummaa nu hiraarsaa jiru, jechuun himatan.

Abbaan hoogganaa Waraana Bilisummaa Oromoo Oromiyaa Lixaa, abbaa Kumsaa Dirribaa – Obbo Dirribaa Lammeessaa kanneen rakkoo kana himatan keessaa tokko.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Humnootni Naga-eegumsaa Mootummaa  Nuhiraarsaa Jiru: Jiraattota Godinaalee Wallaggaa