'Yaaliin Fonqolcha Mootumma Naannoo Amaaraatti Taasisame Oomiyaattis caasaa isaa diriirsee Ture'

Yaaliin fonqolcha mootumma naannoo Amaaraatti taasisame hanga naannoo Oomiyaattis caasaa isaa diriirsee akka ture Koomishiniin Poolisii Oromiyaa ibsa Sanbata dabre kenneen beeksise jira.

Gama biraan, meeshaalee waraanaa fi kaneen biroo seeraan alaa kuufamanii turan tohannaa jala oolchuu isaallee dubbate.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

'Yaaliin Fonqolcha Mootumma Naannoo Amaaraatti Taasisame Oomiyaattis caasaa isaa diriirsee Ture'