Dhimma Namoota Wallagga Bahaati Komaand Poostiin Qabamanii

Itti gaafatamaan qorannaa yakkaa fi murtii haqaa poolisii magaalaa Naqamtee - Inspeekter Maarqoos Waaqgaarii Komaand poostiin qabamuu, namni soda nageenya isaaniif jecha akka maqaan isaanii ifatti himamu hin feene tokko dubbatan.

Godina Wallagga Bahaa Aanaa Diggaatti namootni afur eega qabamanii hidhamanii guyyootiin shan dabranillee hanga yoonaatti Mana murtiitti hin dhiyaanne jedhu – maatiin isaanii.

Namootni qabaman, rakkoo nageenyaa, Lixa Oromiyaatti uumamee tureen wal qabatee kanneen shakkamani – jedhu - Bulchaan Aanaa Diggaa.

Komaand poostii Lixa Oromiyaarraa waa’ee nhidhaa kana deebii argachuuf yaaliin godhe hin milkoofne, jedha – gabaasaan keenya – Naakoor Malkaa. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhimma Namoota Wallagga Bahaati Komaand Poostiin Qabamanii