‘Haleellaa Buufata Baqattootaa Tiriipooliitiin Lubbuun Baqattootaa Darbe’ Dhaabbilee Gargaarsaa

‘Haleellaa Buufata Baqattootaa Tiriipooliitiin Lubbuun Baqattootaa Darbe

Haleellaa Xiyyaaraan buufata baqattootaa Tiripoolii Liibiyaa keessatti raawwateen lubbuun baqattootaa darbuu dhaabbileen namoomaa baqattoota gargaaran beeksisan.

Dhaabbanni godaantota biyyaa biyyaan geessu IOM fi Jaarmayaan mootummootaa haleellaa kana balaaleffatanii jiru.

Baqattoonni Oromoo Tiriipoolii keessa jiran ammas rakkoo keessa jirra jedhu; Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Haleellaa Buufata Baqattootaa Tiriipooliitiin Lubbuun Baqattootaa Darbe’ Dhaabbilee Gargaarsaa