Koolu Galtoonni Seeraan Alaa Yunaayitid Isteetis Keessaa Jiran Yaaddoo Keessa Jiru

  • VOA

Torban lama dura prezidaant Doonaald Traamp dimokraatonni seera dahata siyaasaa/Asylum/ Yunaayitid Isteetis ilaalchisee rakkoo jiru akka sirreessan hubachiisanii yoo ta’uu dhaa baate garuu koolu galtoonni seeraan alaa kanneen miliyoonaan laka’aman walitti qabamanii Yunaayitid Isteetis keessaa baafamuu maalu jechuu dhaan dimokdraatota bakka bu’ootaa mana mareef ibsanii turan.

Kanneen mirga koolu galtootaaf falman immoo mormii dhageessiaa jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Koolu Galtoonni Seeraan Alaa Yunaayitid Isteetis Keessaa Jiran Yaaddoo Keessa Jiru