Du’a Qofa Eegganna, Gara-laafinni Dhala Namaa Hin Jiru: Godaantoota Libiyaa Keessaa

Libiyaa keessa ka jiru waaltaa godaantonni keessatti hidhaman irratti torban dabree haleellaa bombii gaggeeffamuu mootummonnii fi jaarmayoonni addunyaa balaaleeffatanii jiran.Haleellaa Kanaan siviloonni shantama caalantu ajjeefamanii kanneen yoo xiqqaate 130 ta’an mada’anii jiru.

Godaantoonni Tripoolii keessatti hafan abdii kan kutatan ta’uus imaltuu itti fufuuf yaalaa jiran.Du’a qofa eegganna, Gara-laafinni dhala namaa hin jiru jedhu.

Kanaafis hidhaa nu gadhiisaa Libiyaa keessaa nagaan nu baasaa jedha gaaffiin isaani.Garu biyya irraa jalqaba ka’anti deebi’uun gonkumaa waan yaadamuu miti jedhu.

Gabaasa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Du’a Qofa Eegganna, Gara-laafinni Dhala Namaa Hin Jiru: Godaantoota Libiyaa Keessaa