Godina Harargee Lixaatti Namoonni Hidhamuu Maatii fi Bakka-bu'aan ABO Dubbatan

Godina Harargee Lixaatti maqaa Adda Bilisumaa Oromoo fi yaalii fonqolchaa naanno Amaaraa waliin hidhata qabdu jedhuun namoonni hidhamaa akka jiran, maatii namoota hidhamanii fi bakka-bu’aan ABO Oromiyaa Bahaa dubbatanii jiran.

Angawaan godinichaa gama isaaniin namoota yakaa adda addaan shakamanii hidhaman malee sababaa dhaaba siyaasaan kan hidhame hin jiru jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Godina Harargee Lixaatti Namoonni Hidhamuu Maatii fi Bakka-bu'aan ABO Dubbatan