Itiyoophiyaa Abbaan Taayitaa Tohannaa Nyaataa fi Dawaa Itiyoophiyaa Nyaata Bifa 57 Uggure Adooleessa 11, 2019 ADAAMAA — Abbaan Taayitaa Tohannaa Nyaataa fi Dawaa Itiyoophiyaa akaakuu nyaata adda addaa shantamii torba (57) ta'an irra dhorgaa yokaan uggura ka’uu isaa beeksise. Abbaan taayitaa kun akka ibsetti, nyaata da'immanii fi kanneen haalli oomisha isaanii hin beekkamnes of keessaa qaba – akaakuun nyaataa dhorgaan irra kaa’ame kun. Your browser doesn’t support HTML5 Abbaan Taayitaa Tohannaa Nyaataa fi Dawaa Itiyoophiyaa Nyaata Bifa 57 Uggure