ABO - Qaama Cehuumsaa fi ABO-n Tokkomee Hoggansa Waloo Filatan

Addi Bilisummaa Oromoo Qaama Cehuumsaa fi Addi Bilisumma Oromoo Tokkomee erga akka Dhaaba tokkotti walitti Ititaniin booda kora waliini taasisaniin hoggansa waloo filatanii jiru.

Kora Tokkumma Adda Bilisummaa Oromoo jedhame waamame kana irratti, haal duree tokko malee moraa qabsoo Bilisuma Oromoo ijaaruu fi Jaallan Adda Bilisummaa Oromoo walitti tokkoomsuuf kan hojjatan ta’uun himamee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

ABO - Qaama Cehuumsaa fi ABO-n Tokkomee Hoggansa Waloo Filatan