Komii Hidhamtoota Mooraa Leenjii Poolisii Sanqallee

Hidhamtootni Mooraa Leenjii Poolisii Sanqallee jiran tokko tokko sababoota hanqina nyaataa fi qabaa gaarii hin taaneen dhukkubsachaa jirra jedhan.

Mootummaan
akka dafee gadi dhiisuun; hanga sanattis qabiinsa isaanii fooyyessu gaafataniiru.

Miseensi
koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Kongirasii Federaalistii Oromoo Bakka bu’ootni paartichaa bakka adda addaa jiran hidhamuu himanii, haala qabiinsa isaanii beekuuf akka rakkatan himan.

Itti Aanaan Hoogganaa Biiroo Nageenyaa Oromiyaa gama isaan“mirgi namummaa hidhamtootaa ni eegama” jechuun '
'Namni
sababa miseensummaa paartii siyaasaa isaaf hidhame hin jiru' jechuun VOAtti himan.

Naakoor Malkaa dabalata qaba

Your browser doesn’t support HTML5

Komii Hidhamtoota Mooraa Leenjii Poolisii Sanqallee