Ministirri Maallaqaa Keeniyaa Malaammaltummaan Himataman

Faayilii - Ministira Maallaqaa Keeniyaa, Heenrii Rootich, Waxabajjii 14, 2018

Ministirri Maallaqaa Keeniyaa yakka malaammaltummaan himatamanii mana murtiif dhiyaatan.

Heenrii Rootich, barreessaa isaanii fi namoota kaan nama 28 waliin ka himataman yoo tahan qarshii hidha ijaaruuf biyyattiin ramdde keessaa doolaara miiliyoonaan lakkaawamu qisaasessuun to’annoo poolisii jela oolanii; Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Ministirri Maallaqaa Keeniyaa Malaammaltummaan Himataman