Yaa'iin Waldaa Maccaa Tuulamaa Finfinneetti Geggeeffame

Waldaan Walgargarsaa fi Misooma Maccaa Tuulamaa erga irra deebiin eyyama argatee yeroo jalqabaatiif Dilbata dabre yaa’ii isaa Finfinneetti geggeeffatee jira.

Waldaan kun bifa haaraan hojii eegalera jedhan obbo Dirribii Damisee, Pirezidaantiin waldichaa.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Yaa'iin Waldaa Maccaa Tuulamaa Finfinneetti Geggeeffame