‘Lolli Ammas Nutti Dhiyaataa jira’- Baqattoonni Oromoo Yem Jiran Maalkeessa Jiru

Lolli Yemen ammas itti fufee jira. Baqattoonni Oromoo Yemen buufata baqataa Al Qaras jedhamu jiraatan ammas dhiyeenyatti lolli mormitoota fi mootummaa biyyattii gidduutti ta’aa jiru nutti dhiyaataa waan jiruuf soda keessa jirra jedhu. Jireenyi baqattoota kanaa mee maal fakkaata; Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Lolli Ammas Nutti Dhiyaataa jira’- Baqattoonni Oromoo Yem Jiran Maalkeessa Jiru