Olmaa Dirree Isportii fi Qooda Ogeessota Eegumsa Fayyaa

OSFANA, 2019

Yunaaytid Isteets kutaa Minisootaa Istaadiyoomii Kirimsan keessatti dorgommiin kubbaa Milaa kan kilaboota Oromoo Ameeikaa kaabaa geggeeffamaa jira.

Dirree dorgommii Isportii sanatti ogeessonni eegumsa fayyaa kan sadarkaa adda addaa tajaajila wal’ansaa kennaa jiru.

Gargaarsa iddoo sanatti kennamaa jiru kan ilaaleen waahilli keenya Minisootaatti argamuu Soraa Halakee Dr. Masfin Ittaanaa dubbsee jira. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Olmaa Dirree Isportii fi Qooda Ogeessota Eegumsa Fayyaa