Kokolaataan ODAA Hojii Jalqabuuf Akka Jiran Ibsame

Odaa

Qaama warraaqsa dinagdee Oromiyaa kan ta'e Waldaan Aksiyoona Geejjibaa Qinda'aa ODAA konkolaatotaa deddeebisa ummataa 50 bitee gara biyyatti galchaa akka jiru ibsera.

Walitti qaban Booridii waldichaa Obbo Diidhaa Dirribaa Raadiyoo Sagaalee Ameerikaatti akka himanitti dhumaa torban kanatti konkolaatoni 4 biyyaa keessa galan Jiran tajaajilaa gejjibaa kennu ni jalqabu jedhaan.

Your browser doesn’t support HTML5

Kokolaataan ODAA Hojii Jalqabuuf Akka Jiran Ibsame