Rakkoon Akka Jiru Dursinee Gabaafnee Turre: Angawaa Waajiira Barnootaa

Faayilii - Barattoota qormaata fudhachaa jiran

Qabxiin qormaata biyyolessa waan burjaajeffamee jiruuf sireffamni akka taasifamu Biroon Barnootaa Oromiyaa gaafate. Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr Tolaa Barisoo Raadiyoo Sagalee Amerikaaf akka himanitti Qormaanni burjaajeffame ifoomsamuu isaatiin dura akka adda baafamu ejensii qormaata biyaalessaf gaaffin dhihaatus osoo hin sirreffamin yoona gahe jedhan.

Haala kanaan hangi isaa wal caalus Oromiyaa dabalatee maneen barnoota afurtamii shan keessatti Qormaanni burjaajeffame jira jedhu.

Marii hogganaa biiroo barnootaa Oromiyaa Dr Tolaa Barisoo waliin gaafii fi deebii gaggeeffame Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Rakkoon Akka Jiru Dursinee Gabaafnee Turre: Angawaa Waajiira Barnootaa