Irreechi Hoora Finfinnee Bara Dhufu Gaggeeffama

Irreechi Hoora Finfinnee Bara Dhufu Gaggeeffama

Akka bar-lakkoobsa Itiyoophiyaatti bara dhufu 2012 Irreechi Hooraa Finfinnee walta'umsaa bulchinsaa Magaalaa Finfinnee fi bulchinsaa motummaa naannoo Oromiyaatti akka kabajamu ibsame.

Kallessa qeerroo fi qaarreen oromoo akkasumaas abbottin Gadaa Oromoo fi qondaltoonni motummaa marii dhimma ireecha Hooraa Finfinnee fi dhimmotaa biroo magaalaa Finfinneetti gaggeffame irratti hirmatanii ergaas dabarsaniiru.

Tsahaay Daamxoo gabaasa Guutuu Qabdi.

Your browser doesn’t support HTML5

Irreechi Hoora Finfinnee Bara Dhufu Gaggeeffama