Dargaggummaan Umrii Itti Jireenya Ofii Qajeelfatan Ykn Balleessa, Dukkaneessan ykn Ibsan Dha. Dr.Oroliyaanaa Daani’eel

Dr.Oroliyaanaa Daani’eel

Dr. Oroliyaanaa Daani'eel jedhama. Barreessaa Kitaaba odeessa ykn 'Wagii' Afaan oromoo 'IHIM' jedhamuuti.

IHIM erga jalqaba maxxanfamee yeroo baatii afurii hin caalle keessatti kitaaba Kuma 12 caalaan gurguramuu dubbata. Barreessaan kitaaba IHIM kun gam tokkoon Doktoora fayyaa beeladaalee yoo ta’u gam kaaniin barreessaa hog-barruu. Attamiin wal-ciina deemsiisa?

Gaaffii fi deebii Naakor Dr. Oroliyaanaa Daani’eel waliin gaggeessse caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dargaggummaan Umrii Itti Jireenya Ofii Qajeelfatan Ykn Balleessa, Dukkaneessan ykn Ibsan Dha. Dr.Oroliyaanaa Daani’eel