Bulchiinsa naannoo Amaaraatti humna addaa Gondar dhiyaaf ajajaa kan ta’an Koloneel Solomoon Ashaagaarii akka jedhanti kokolaataa shanan kan dhaabsisee dargaggoota. Lakkoobsii gabatee kokolaattoota kanaa dhoqqee fi Graassoon aguugamee waan tureef dargaggonni shakkanii qaban.
Your browser doesn’t support HTML5
Matammaa Keessatti Konkolaataa Fe’umsaa Qabaman Qaamonni Nageenyaa Naannoo Sanaa Hin Beeknu jedhu
Garu ajajaan waraana addaa kan Baahir Daar jiru kan seeraa waan ta’eef gadhisaa jechuun ajajee ture.Nuti dhaqqabnee gadhisaa jenneen ni diidan jedhan koloneel splomoon.
Booda yeroo qulqulleeffannu waraqaa qabatanii jiran kan seeraa miti waan jedhameef amma eegumsa jala jiru jedhan.
Gabaasa guutuu caqasaa