Dimokraatota Filachuun Dadhabina Jedhan Prezidaant Traamp

  • VOA
Prezidaant Doonaald Traamp haasaa dhageesisaniin warren Juushii Ripaablikaanota filachuu qabu, sababiin isaas dimokraatota filachuun wal’aalummaa ykn immoo amanamummaa dhabuu dha jedhan.

Yaadi Traamp dhiyeessan deebii wal makaa ta’e dhaqqabsiise.

Your browser doesn’t support HTML5

Dimokraatota Filachuun Dadhabina Jedhan Prezidaant Traamp

Yaadi isaan jalqaba torban kanaa kennan qaama miseensoonni mana maree afur keessaa lama Israa’eliin akka hin daawwanne dhorkamanii ti. Lammiiwwan Ameerikaa hidda dhalata Juushii hedduun akka jedhanitti

Traamp waa’ee amanamummaa isaanii gaaffii keessa galchuun seenaa irra irra deddeebi’uun himamu kan Juushoti addunyaa keessaa jibbiinsi akka irratti oofamu godhu waliin wal fakkaata.